Xurree ittiin seenan

Breaking News

Miidiyaan Hawaasaa Haala Siyaasaa fi Deemsa Murtii-Haqaa ItiyoophiyaaIrratti Dhiibbaa Akkamii  Qabaachaa Jira? 


Miidiyaan Hawaasaa Haala Siyaasaa fi Deemsa Murtii-Haqaa ItiyoophiyaaIrratti Dhiibbaa Akkamii  Qabaachaa Jira? 
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:11 0:00

Miidiyaan Hawaasaa Haala Siyaasaa fi Deemsa Murtii-Haqaa ItiyoophiyaaIrratti Dhiibbaa Akkamii  Qabaachaa Jira? 

Addunyaarratti guddina Teekinoloojii waliin kan dhufe miidiyaan hawwaasaa haala jiruu fi jireenyaa namootaa salphisuu keessatti gahee ol’aanaa akka qabu beekamaa dha. Midiiyaan hawwaasaa kun haala siyaasa fi adeemsa murtii-haqaa irratti, keessummaa Itiyoophiyaa keessatti dhiibbaa akkamii qabaachaa jira?

Gaaffii kana irratti hundaa’uun ogeessa siyaasaa tokkoo fi ogeessa seeraa kaan dubbisuudhaan, gabaasaan keenya Mitikkuu Fiqaaduu qophii qindeesse qaba. Caqasaa.

Forum

XS
SM
MD
LG