Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yunivarsitiin Wallaggaa Haroo Soorgaa Irratti Proojektiilee Hawata Tuuriizimii Ijaaruuuf Deema   


Yunversiitii Wallagaa

Yunivarsiitiin Wallaggaa haroo nam-tolchee Soorgaa kan magaalaa Naqamtee keessatti argamurratti piroojektiiwwan garaa garaa hojjachuuf karoorsuu isaa beeksisee jira.

Itti gaafatamaan Koolleejjii Saayinsii Uumamaa fi Piroofeesarri gargaaraan Muummee Barnoota Baayoloojii - Doktor Moosisaa Galataa Sagalee Ameerikaaf akka ibsanitti, hoteelaa, bakki kunuunsa bineensotaa fi biqilootaa, akkasumas iddoon magarisaa ka bashannanaa proojektiilee haroo Sorgaa irratti hojjetamuuf jiran keessaa haga tokko.

Yunivarsitiin Wallaggaa Haroo Soorgaa Irratti Proojektiilee Hawata Tuuriizimii Ijaaruuuf Deema   
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:21 0:00

Forum

XS
SM
MD
LG