Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Ijibbaata’: Kitaaba Asoosamaa Dhiheenya Maxxansamee Dubbistoota Harka Gale


‘Ijibbaata’: Kitaaba Asoosamaa Dhiheenya Maxxansamee Dubbistoota Harka Gale
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:30 0:00

‘Ijibbaata’: Kitaaba Asoosamaa Dhiheenya Maxxansamee Dubbistoota Harka Gale

Barreessaa Yaasoo Kabbabaa kitaaboota 3 kanaan dura “Miila Hin Shokokisne” jechuun barreesse jildii 4ffaa isaa “Ijibbaata” jedhu maxxansiisee tibbana dubbistoota biraan gahuu isaa, sirna eebba kitaabichaa torban dabre geggeessame irratti himee jira. Kitaaboleen Yaasoon barreessu kanneen bilchina qabanii fi guddina ogbarruu afaan Oromoof qooda gumaachan tahuu ka ibse – barreessaa ka biraas dubbisuun, qophii qindeessine qabna.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG