Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jiraattonni Daangaa Itiyoophiyaa fi Keeniyaarraa Filannoon Keenyaa Akka Nagaa Fideefii Dhufutti Abdiin Eegan  


Jiraattonni Daangaa Itiyoophiyaa fi Keeniyaarraa Filannoon Keenyaa Akka Nagaa Fideefii Dhufutti Abdiin Eegan
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:05 0:00

Jiraattonni Daangaa Itiyoophiyaa fi Keeniyaarraa Filannoon Keenyaa Akka Nagaa Fideefii Dhufutti Abdiin Eegan

Filannon biyyaalessaa Keenyaa ka gaanfa Afriikaatti eegamaa ture har’a gaggeeffamaa oole. Magaalaa Waloo Itiyoophiyaa fi Keeniyaa keessattis gama Keeniyaan filannoon nagaan gaggeeffamaa turuu jiraattonni Sagalee Ameerikaatti himanii jiran. Jiraattonni biyyoota lameenii daangaarra jiraatan filannoon ammaa kun nagaa akka fidee dhufu abdatan. Bulchiinsi Aanaa Mooyyalee kan Itiyoophiyaa warra Mooyyale keeniyaa waliin haala jiru hordofaa akka jiru himee jira. Gabaasaan keenya achitti argamu Galmoo Daawit dabalata qaba.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG