Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qulqullinni Barnootaa Hegereen Dhaloota Borii Akka Ifu Gumaacha Dha: QDAG


Qulqullinni Barnootaa Hegereen Dhaloota Borii Akka Ifu Gumaacha Dha: QDAG
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:30 0:00

Qulqullinni Barnootaa Hegereen Dhaloota Borii Akka Ifu Gumaacha Dha: QDAG

Jarmayaan bu’aaf hin hojjenne kan QEDAG jedhamu dargaggoota lama milkaa’ina isaan argatanii fi gama adda addaan beekkannaa argatan ilaalchisee badhaasa kennuufii isaa ilaalchisuun gabaasnee jirra.

Jamrmayaa QEDAGf itti aanaa itti gaafatamaa fi dubbi himaa kan ta’an obbo Dabalaa Mijanaa jarmayaan kun projektoota gurguddaa hojjechuu dhaaf karoorfatee ka’ee jira jedhan.

Jarmayaan kun gara fuula duraatti karoora yeroo dheeraa fi gabaabaa baafachuu dhaan kan yeroo gabaabaa maatii harka qalleeyyii deggeruu, barattoota dandeettii qabanii fi harka qalleeyyii ta’an gargaaruu fayyaa ilaalchisees akkasumas meeshaa mana barnootaa ijoolleef dhiyeessuu karoora yeroo gabaabaa godhatee kan ka’e yoo ta’u, karoorri isaa yeroo dheeraa projektii guddaa itti fufiinsaan galii argamsiisuu danda’u, manneen yaalaa naannoo sana keessa jiran guguddaa ta’aniif deggersa gochuu, manneen yaalaa xixqqoo jiranis gargaaruu akkasumas yuniversitii Dembi Dolloo waliin ta’uu dhaan michummaa dhaan hojjechuuf karoora bal’aa qabaachuu isaanii nuuf ibsaniiru.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG