Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kitaabni Haaraan "Anaafi Nuyi" Jedhu Eebbifame


Kitaabni Haaraan Mata Dureen Anaaf Nyi jedhu Eebbifame
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:09 0:00

Kitaabni Haaraan Mata Dureen Anaaf Nyi jedhu Eebbifame

Kitaabni mata duree "Anaafi Nuhi" jedhu Pireezidaantii duraanii Yunivarsiitii Amboo Doktar Taaddasaa Qana'aan barreeffame dubbistootaaf ifoomee jira.
Doktar Taaddasan, “kitaaba kanaan ijoollummaa isaanii hanga pireezidaantummaa Yunivarsiitii Amboorraa itti kaasaman, barreessuun mudannoo jireenya isaanii ittiin seensessuu ibsuun,”Ana keessa nuyi, nuyi keessammoo anatu jira” jechuun dubbatu.
Sagantaa Ifoomsuu kitaaba “Anaafi nuhi” irratti Sanbata duraa torban darbe artistoota, barreessitoota, hayyootaafi keessummootni affeeraman biroollee argamaniiru.

Forum

XS
SM
MD
LG