Xurree ittiin seenan

Breaking News

Godinaa Baalee Keessatti Dhukkubni Gifiraa Daa’imman Irratti Mumul’achuun Himame


Godinaa Baalee Keessatti Dhukkubni Gifiraa Daa’imman Irratti Mumul’achuun Himame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:18 0:00

Godinaa Baalee Keessatti Dhukkubni Gifiraa Daa’imman Irratti Mumul’achuun Himame

Godina Baale Bahaatti dhibeen Gifiraa daa’imman irratti mullataa akka jiru angawootni godinichaa VOA’tti himan. Obbo Jeeylaan Adam, hoogganaan Waajjira Koomunikeeshinii Baale bahaa, haga yoonaatti daa’imman 400 ol dhibee kanaan qabamu ibsanii, dhibee kana to’achuuf ogeeyyiin fayyaa bobba’anii akka jiran himanii jiran. Qajeelchi fayyaa Godina Baalees ammatti weerarri gifiraa kun to’annaa jalaa kan bahe miti jedha. Galmoo Daawit tu Adaamaa irraa gabaase.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG