Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gargaarsi Biyya Keessaa Naannoolee Hongeen Miidhamaniif Kennamaa Ture Gadi Bu’e Jedhame


Gargaarsi Biyya Keessaa Naannoolee Hongeen Miidhamaniif Kennamaa Ture Gadi Bu’e Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:24 0:00

Gargaarsi Biyya Keessaa Naannoolee Hongeen Miidhamaniif Kennamaa Ture Gadi Bu’e Jedhame

Hojjetoonni gargaarsa namoomaa godinaalee hoongeef saaxilamaniif dhiyeessan gargaarsi biyya keessaa walitti qabamee naannolee kanaaf ergamaa ture dhiheenya gadi bu’ee jira jedhu. Obbo Arafaat Abubakar kadiir, Hoji gaggeessaan dhaabbata miti – mootummaa “Soof Umar Youth and Development Organization” gargaarsi lammileen biyya keessaa taasisan gad-bu’uun isaa, gama hubannoo uumuutiin rakkoo jiru irraa kan ka’e akka tahe dubbatan. Obbo Garramuu Oliiqaa, itti aanaan hoogganaan Waajjira Buusa Gonofaa Oromiyaa immoo, mootummaan Gargaarsa “lammii fi Lammiin” jedhamee qindaawaa ture bifa fooyya’aan kurfeessuuf seera haaraa baasee itti jira jechuun deebii kennan.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG