Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qophii Fayyaa


Qophii Fayyaa
please wait
Embed

No media source currently available

0:00 0:13:19 0:00

Qophii Fayyaa

Hospitaallii waliigalaa fi kooleejii Meedikaalaa Nagallee Arsii dhiyeenya kana hojii tola-oltummaa kan moora ijaa baqaqsanii yaaluu gageessee jira. Tajaajiila wal'ansa fayyaa adda addaa kennuun alattis ogeessoota fayyaa kan sadarkaa adda addaa leenjisee kan eebbisisee ta'u Daayreektarri olaanaa fi ogeessa fayyaa daa'immanii dhaabatichaa kan ta'an Dr. Balaayneh Lataa ibsanii jiru.Gaaffii fi deebii gaggeeffame caqasaa.

Forum

XS
SM
MD
LG