Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jaala-bultii Ayyaana Waggaa Kana Irratti Jiraattonni Waa’ee Nagenyaa fi Qaala’insa Jireenyaa Yaaddoo Qaban Dubbatan  


Jaala-bultii Ayyaana Waggaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:23 0:00

Jaala-bultii Ayyaana Waggaa

Jala-bultii ayyaana waggaa haaraa bara kanaa irratti jiraattonni magaalaa Finfinnee Sagaleen Ameerikaa dubbise waggaan dabarsan barri 2014 irra jireessa kan jireenyi caalaatti itti qaala’ee fi walitti bu’iinsi daran itti hammaatee yaaddoo irra isaan buuse tahuu dubbatan. Barri Itiyoophiyaa 2015 kan nageenyi itti uumamuu fi qaala'iinsi jireenyaa haalaan hammaate itti fooyya’u akka tahullee hawwii isaanii dubbatan.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG