Xurree ittiin seenan

Breaking News

Oomishi Hashiishii Arsii Lixaa Keessatti Dargaggoota Gara Araadaa fi Yakkaatti Harkisaa  Jira, Jedhame  


Omishi hashiishii aanaalee godinaa Arsii Lixaa keessatti dhoksaan oomishama jiru dargaggoota hedduu gara araada fi yakka hojjechuutti harkisaa ka jiru tahuu waajjirri Hojjetaa fi dhimma hawaasummaa godinichaa beeksisee jira.

Kan Arsii Lixaatti waldaa miti-mootummaa dargaggoota gargaaru hundeessuun geggeessaa jiran Obbo Teklee Beqqelee haalli kun yaaddessaa waan ta’eef mootummaa fi qaamni dhimmi ilaallatu tarkaanfii furmaataa fudhachuu qaba, jedhu.

Waajjirri Qonnaa Godina Arsii Lixaa fi Waajjirri Poolisii Godinichaa omisha baala sammuu darreessu Arsii Lixaa keessa jira jedhan kana to’achuuf akka hojjetaa jiran dubbatu.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG