Xurree ittiin seenan

Breaking News

Fiigichawwan Koppenhaagen fi Sidiniitti Dhiheenya Geggeessaman Irratti Lammiwwan Itiyoophiyaa Injifatan  


Fiigichawwan Koppenhaagen fi Sidiniitti Dhiheenya Geggeessaman Irratti Lammiwwan Itiyoophiyaa Injifatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:07 0:00

Fiigichawwan Koppenhaagen fi Sidiniitti Dhiheenya Geggeessaman Irratti Lammiwwan Itiyoophiyaa Injifatan

Fiigichaa walakkaa maaraatoonii biyyaa Deenmaark, magaala Kooppenhaagen keessatti Dilbata kaleessaa taasisamee fi dorgommii maraatoonii Sidinii, akkasumas tapha kubbaa miilaa taphattoota wagga 17 gadi kan biyyootan Afrikaa Bahaa fi walakkeessaa itti hirmaatanii “SECAFA” fi Fininneetti geggeessamuu ilaallata, qophiin Ispoortii har’aa.

Gama biraatiin gareen Reppabiliikii Dimookiraatawa Koongoo tapha ka biraa Finfinneetti geggeessamu irratti garee Itiyoophiyaa waliin dorgomuuf deemaa. Gabaasaa keenya caqasaa.

Forum

XS
SM
MD
LG