Xurree ittiin seenan

Breaking News

Oromiyaa Bakkawwan Addaatti Sababaa Rakkoo Nageenyaaf Ijoolleen Akka Barnootaaf Hin Galmaa’iin Dubbatu, Maatiileen  


Oromiyaa Bakkawwan Addaatti Sababaa Rakkoo Nageenyaaf Ijoolleen Akka Barnootaaf Hin Galmaa’iin Dubbatu, Maatiileen
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:42 0:00

Oromiyaa Bakkawwan Addaatti Sababaa Rakkoo Nageenyaaf Ijoolleen Akka Barnootaaf Hin Galmaa’iin Dubbatu, Maatiileen

Naannoo Oromiyaa keessatti bara barnootaa 2015tti barattoonni miliyoona 8 galmaa'anii jiru, jedha Biiroon barnoota Oromiyaa. Akka biyyaatti barnoonni har'a kan eegalee yoo ta'u barattoonni hin galmoofne hanga Jimaata dhufuutti akka galmaa'aniif yeroo dheeressuu isaas dubbata.

Garuuu, godinoota fi aanaalee adda addaa keessatti sababaa rakkoo nageenyaatiin barattoonni kan hin galmoofne tahuu maatiin barattootaa Sagaleen Ameerikaa haasofsiise himanii jiran.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG