Xurree ittiin seenan

Breaking News

Goobee fi Shinooyyeen Oromiyaa Bakka Adda Addaatti Ayyaaneffame  


Goobee fi Shinooyyeen Oromiyaa Bakka Adda Addaatti Ayyaaneffame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:51 0:00

Goobee fi Shinooyyeen Oromiyaa Bakka Adda Addaatti Ayyaaneffame

Gobbee fi Shinooyyeen, bacaqiin gannaa darbee ifti Birraa yeroo galu, kan dargaggootaa fi shamarraniin taphatamu tapha sirba aadaa ti. Sirbi aadaa kun naannoo Oromiyaa keessaa bakkawwan adda addaatti geggeessama.

Dargaggoo fi dubarri gurmuu gurmuudhaan walga’anii manneenii fi karawwan irratti ka sirban, sirbi aadaa Gobbee fi Shinooyyee, bakka itti dargaggoo fi dubarri fuudhaa fi eeruma barbaadan itti wal kaadhimatan, jedhu kanneen tapha bara kanaatti hirmaatan

Forum

XS
SM
MD
LG