Xurree ittiin seenan

Breaking News

Namoonni Mooraa Buqqaatotaa Dabre Birhaan Keessa Jiran Hokkara Wallaga Keessaa Dheessanii Akka Qehee Ofii Irraa Buqqa'an Dubbatan


Namoonni Mooraa Buqqaatotaa Dabre Birhaan Keessa Jiran Hokkara Wallaga Keessaa Dheessanii Akka Qehee Ofii Irraa Buqqa'an Dubbatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:06 0:00

Namoonni Mooraa Buqqaatotaa Dabre Birhaan Keessa Jiran Hokkara Wallaga Keessaa Dheessanii Akka Qehee Ofii Irraa Buqqa'an Dubbatan

Gabaasaan sagalee Amerikaa Henerii Wilkins bakka namootni sababaa walitti bu’insaa Wallaga keessatii raawwateen qe’ee isaanii irraa buqqa’an qubatanii jiran, mooraa buqqaatotaa Dabre Birhaan jiru daawwatee buqqaatota dubbisee jira.

Gurmuun hidhattooaa Waraana Bilisummaa Oromoo haleellaa geggeessaniin akka qehee ofii irraa buqqa’an dubbatan, namoonni kun. Hidhattoonni naannoo Amaaraas Oromootaa irratti haleellaa raawachuu isaniis gabaasaan kun ibsee jira.

Dubbii himaan WBO himannaa dhaabaa isaanii irratii dhihaate “Dhara. WBOn harka keessaa hin qabu” jechuun haalan.

Forum

XS
SM
MD
LG