Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ayyanni Irreechaa Hora Finfinnee Harra Kabajamee Oole


Ayyanni Irreechaa Hora Finfinnee Harra Kabajamee Oole
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:07 0:00

Ayyanni Irreechaa Hora Finfinnee Harra Kabajamee Oole

Kan waggaatti ayyaaneffafu ayyaanni Irreechaa Finfinnee kan bara kanaa har’a uummata miliyoonaan lakkaawamu, dhalattonni Oromoo, lammiwwan Itiyoophiyaa ka biroo fi keessumoonni biyyoota ollaa irraa dhufan bakka argamaniitti Hora Finfinnee irratti haala ho’aa fi miidhagaadhaan ayyaaneffamee jira.

Ayyaana kana irratti sabaa fi sab-lammoonni adda addaas sirboota aadaa isaanii agarsiisanii jiran, miidhaganii mul’atani jiran. Kantiibaan magaalaa Finfinnee, Adaanechi Abeebee uummatni miliyoonaan lakkaawamu ayyaanichatti hirmaachuu, ibsa kennaniin beeksisanii jiran.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG