Xurree ittiin seenan

Breaking News

Imaloota Qorannoo Hawaa NASA’n Taasisaa Jiru Ilaalchisee Marii Hayyuu Saayinsii Hawaa Waliin Geggeessame   


Imaloota Qorannoo Hawaa NASA’n Taasisaa Jiru Ilaalchisee Marii Hayyuu Saayinsii Hawaa Waliin Geggeessame
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:06 0:00

Imaloota Qorannoo Hawaa NASA’n Taasisaa Jiru Ilaalchisee Marii Hayyuu Saayinsii Hawaa Waliin Geggeessame

Dhaabbanni qoo’annoo hawaa Yunaayitid Isteets ykn NASAn waa’ee waggoota Shantama booda namoota 6 gara ji’aatti erguu irratti hojjechaa jira. Ergamni qoo’annoo ji’aa “Artemis” jedhamee waamamu kun dabaree sadii qaba. Rookeetiin yaalii isa jalqabaa, “Artemis1” jedhamu Onkololesa 17 hawaatti furguggisuuf karoorfamee jira.

Yaaliin ka biraan NASAn hawaa irratti taasisaa jiru ammoo ka DART, jedhamu kan otuu dhagaan yokaan wanneen dhagaa fakkaatan hawaa keessaa gara lafaatti furgugga’anii namaa fi uumama irra balaa hin geessisiin akkaata qolachuutti fuuleffate. Fulbaana 26, 2022 yaaliin jalqabaa taasise. Ergama NASA lamman irratti Bafqaaduun Hayyuu Saayinsii hawaa tokko waliin marii taasisee jira. Itti-aanee dhihaata.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG