Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaazzexeessonni ONN 2 fi Kanneen Fonqolcha Mootummaan Himataman Biroo Irratti Manni-murtii Ragaa Namaa Dhaggeeffate  


Gaazzexeessonni ONN 2 fi Kanneen Fonqolcha Mootummaan Himataman Biroo Irratti Manni-murtii Ragaa Namaa Dhaggeeffate 
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:18 0:00

Gaazzexeessonni ONN 2 fi Kanneen Fonqolcha Mootummaan Himataman Biroo Irratti Manni-murtii Ragaa Namaa Dhaggeeffate 

Kanneen fonqolcha mootummaan himataman, miseensonni “koree hundeessituu mootummaa ce’uumsa biyyoolessaa Oromiyaa” jedhamee fi gaazexeessitoonni Oromiyaa Niwusii Netwoorikii 2, Jimaata dabre jechuun Fulbaana 27 bara 2015tti mana murtii waliigala Oromiyaatti dhihaachuu, Abukaatoon isaanii Sagalee Ameerikaatti himanii jiran.

Akka Abukaatoon himatamtootaa, Obbo Guddannee Fiqqduu jedhanitti, mann-murtii ragaa namoota 15 abbaan alangaa himatamtoota irratti dhiheesse keessaa kan namoota toorbaa dhaggeeffatee jira.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG