Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hedduminni Uummata Rakkatee fi Gargaarsii Kennamu Wal Hin Giitu:Jiraattoota

Hedduminni Uummata Rakkatee fi Gargaarsii Kennamu Wal Hin Giitu:Jiraattoota
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:50 0:00

Hedduminni Uummata Rakkatee fi Gargaarsii Kennamu Wal Hin Giitu:Jiraattoota

Godiina Haarargee Lixaa keessatti roobnii hanqachuu fi guutummaan dhabamuun waggoota sadeen darban keessa rakkoo geesisee jira akka jiru jiraattonni dubbatanii jiru. Angawoonni beeleedaaleen 50.000 ol dhumuu isaanii fi karaa mootummaas ta'e dhaabbattoota dhunfaa gargaarsii kennamaa akka jiru dubbatu.

Forum

XS
SM
MD
LG