Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hanqinni Roobaa Waggoota Sadiif Harargee Bahaarraa Turee fi Caamni Mudate Uummataa fi Beeylada Miidhama Hamaaf Saaxilee Jira  

Hanqinni Roobaa Waggoota Sadiif Harargee Bahaarraa Turee fi Caamni Mudate Uummataa fi Beeylada Miidhama Hamaaf Saaxilee Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:57 0:00

Godinaa Harargee Bahaa ka 100 keessaa harki 67 gammoojjii tahe hanqiina roobaa waggaa sadiif irra turee fi ammo caama yeroo dheeraaf mudateen jiraattonni hubamuu fi beeyladaaleen isaanii du’uun himamee jira. Kana ilaalchisee Jiraattoota, angawoota gargaarsaa fi dhaabattoota dhunfaa gargaarsa arjooman keessaa dubbisnee jirra.

Forum

XS
SM
MD
LG