Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhaabbatni Tola-ooltummaa Mul’is Jedhamu Godinaalee Oromiyaa Caamaan Miidhaman Keessatti  Hojii Gargaarsaatti Bobba’ee Jira  


Dhaabbatni Tola-ooltummaa Mul’is Jedhamu Godinaalee Oromiyaa Caamaan Miidhaman Keessatti  Hojii Gargaarsaatti Bobba’ee Jira  
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:28 0:00

Dhaabbatni Tola-ooltummaa Mul’is Jedhamu Godinaalee Oromiyaa Caamaan Miidhaman Keessatti  Hojii Gargaarsaatti Bobba’ee Jira  

Kan bara 2020 keessa hundeeffame dhaabbati tola ooltummaa “Mul’is” jedhamu yeroo ammaa Uummata Harargee bahaa fi dhiyaa akkasumas Boorana keessaa kanneen hongeen miidhamaniif deggersa gochaa akka jiru bu’uursitoota haabbatichaa keessaa tokko obbo Omar Isma’el Ibrahim Sagalee Ameerikaatti himanii jiru. Dhaabbatichi barnoota , hojii qulqullina naannoo fi bishaan qulqulluu hawaasaaf dhiyeessuu fi kanneen fakkaatan hojjechuuf karoorfatee soch’aa jiru dubbatan – Obbo Omar.

Forum

XS
SM
MD
LG