Xurree ittiin seenan

Breaking News

KFO’n Daangaa Dhiheenya Magaalaa Finfinnee fi Godinaalee Oromiyaa Naannoo Magaalichaa Gidduutti Murtaa’e Morme  


KFO’n Daangaa Dhiheenya Magaalaa Finfinnee fi Godinaalee Oromiyaa Naannoo Magaalichaa Gidduutti Murtaa’e Morme
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:02 0:00

KFO’n Daangaa Dhiheenya Magaalaa Finfinnee fi Godinaalee Oromiyaa Naannoo Magaalichaa Gidduutti Murtaa’e Morme

Koongiresiin Federaalawaa Oromoo KFO'n waliigalteen daangeffama bulchiinsa magaalaa Finfinnee fi bulchiinsa godina addaa Oromiyaa gidduutti taasisame mormuun ibsa baasee jira.

Miseensa Koree Teekinikaa daangaa sana qoratee fi daangessee ka tahan ogeessi tokko immoo, hojiin daangaa kan oguma saayinsiin deggerame, jedhanii turan. Muummeen ministeera Itoophiyaa Abiyyi Ahmad illee hojiin daangaa buusuu kun hojii paartiin isaani haga ammaatti hojjete keessaa isa ijoo akka tahetti dubbatanii turan

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG