Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wallagga Bahaa, Aanaa Kiiramuutti Hidhattoonni Jiraattota Dhalataan Oromoo Tahan 30 Ajjeesan, Jedhame  

Kiiramuutti Hidhattoonni Jiraattota Dhalataan Oromoo Tahan 30 Ajjeesan, Jedhame 
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:37 0:00

Kiiramuutti Hidhattoonni Jiraattota Dhalataan Oromoo Tahan 30 Ajjeesan, Jedhame 

Naannoo Oromiyaa, Godina Wallaggaa Bahaa, Aanaa Kiiramuu gandoota 4 keessatti, Sanbata Xiqqaa torban darbe, haleellaa “hidhattootni raaw’atan” jedhameen, namoonni soddomni ajjeesaman, jedhuun bulchaan aanichaa obbo Fiqaaduu hundee Sagalee Ameerikaaf ibsanii jiru.

Bulchaa kanaa fi maatii namoota ajjesamanii keessaa dubbisuun gabaasaa qabna.

Forum

XS
SM
MD
LG