Xurree ittiin seenan

Breaking News

Godinaa Baaleetti Koleeraan Namoota Shan Ajjeese 

Godinaa Baaleetti Koleeraan Namoota Shan Ajjeese
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:09 0:00

Godinaa Baaleetti Koleeraan Namoota Shan Ajjeese

Godina Baaletti dhibeen Koleeraa mudate namoota shan ajjeesuu waajjirri Fayyaa Godinichaa beeksisee jira.

Itti gaafatamaan waajjira fayyaa Baalee, weerarri dhibee kanaa aanota godinichaa sadii keessatti mullachuu himanii, dhibee sana guutummaan to’achuudhaaf ogeeyyiin fayyaa socho’aa akka jiran eeran.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG