Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hiriirri Giddu-seentummaa Alaa fi Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Balaaleffate Itiyoophiyaatti Gaggeeffamee Jira 


Hiriirri Giddu-seentummaa Alaa fi Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Balaaleffate Itiyoophiyaatti Gaggeeffamee Jira 
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:43 0:00

Hiriirri Giddu-seentummaa Alaa fi Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Balaaleffate Itiyoophiyaatti Gaggeeffamee Jira 

Hiriira Onkoloolessa 22, bara 2022 magaalaa Finfinneetti gaggeeffamerratti hirmaattonni hiriirichaa dhaadannoo 'mootummooleen dhihaa ABUT'f tumsuun dhimma keessoo Itiyoophiyaa jidduu seenuu dhaabuu qabu' jedhu qabatanii bahan.

Hiriirtota keessaa kanneen yaada isaanii VOA'f kennan waayee marii araaraa taasifamuuf deemu ilaalchisee yaada qaban dubbatanii jiran. Kan hiriiricha hordofte Tsahaay Daamxoo hiriirta kana dubbisuun qindeesse.

Forum

XS
SM
MD
LG