Xurree ittiin seenan

Breaking News

Filannoo Kanarratti Wannin Hirmaadhuuf Dhaloota Onnachiisufi: Tashitee Waaqoo

Filannoo Kanarratti Wannin Hirmaadhuuf Dhaloota Onnachiisufi: Tashitee Waaqoo
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:49 0:00

Filannoo Kanarratti Wannin Hirmaadhuuf Dhaloota Onnachiisufi: Tashitee Waaqoo

Obboo Tashitee Waakoo Yunaaytid Isteets Kutaa Minisootaa keessatti hojii bulchiinsa magaala Birukilyin Siitii Paarki keessatti hirmaachuuf filannoo walakkeessaa ‘mid-term’ jedhamu Sadaasa 8, 2022 akka biyyoolessatti geggeeffamu irratti kaadhimaa mana maree ta’anii dhihaataniiru.

Obboo Tashiteen Waldaa Hawaasa Oromoo Minisootaa akkasumas sadarkaa magaala Birukliyn Siitii Paarki keessatti hojii hawaasummaa fi tola-ooltummaa baayyee keessatti hirmaannaa qaban. Mana Maree Obbo Tashitee malees mana maree magalatiitiif kaadhimamtoonni sadii - Nikool Kilonowiskii, Latiriynaa Kaaldiweel fi waaren S. Kerii - jedhaman filannoof dhihaataniiru.

Obboo Tashitee filannoo amma kaadhimaamaa ta'anii itti dhihaatanii fi walumaa gala barbaachisummaa hirmaannaa gama kanaan hawaasni qabaachuu qaburratti dubbisne.

Forum

XS
SM
MD
LG