Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gareen Doktorota Daangaan Hin Uggurre Weerarri Gifiraa fi Koleeraa Mooraa Dadaab Keessatti Ka’uu Mala Jechuun Akeekkachiisan


FAAYILII - Nuufata baqaatootaa Dadaab, Keeniyaa, Onk. 19, 2011
FAAYILII - Nuufata baqaatootaa Dadaab, Keeniyaa, Onk. 19, 2011

Dhaabbanni gargaarsaa doktoroonni daangaan hin uggurre jedhamu mooraan baqattoota Keeniyaa Dadaab ennaa baqattoonni naannoolee Somaaliyaa bakka weerarri gifiraa fi koleeraa faca’ee jiru keessaa dhufaa ennaa gamas dhaqqabaa jiranitti weerara dhibee kanaaf saaxilamuu mala jechuun kamisa kaleessaa beeksisee jira.

Liissaa Shilaayin Jenevaa irraa akka gabaastetti, mooraalee Dadaab kan namoonni akkaan keessatti heddummaate sadii keessa baqattoota 233,000tu jiraatu.

Doctors Without Borders, baatii Amajjii qabee hongee, beelaa fi jeeqama jalaa dheessuuf jecha gara Keeniyaatti kan baqatan lakkoobsi baqattootaa dabaluu isaa gabaasee jira. Kanneen haaraa gamas dhaqqaban ki

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG