Xurree ittiin seenan

Breaking News

Godinaalee Wallaggaa Lama Keessatti Buqqaatonni Bakkawwan Adda Addaa Jiran Gargaarsa Dhabuurraa Akka Rakkataa Jiran Iyyatan 


FAAYILII - Buqaatota Godina Wallaga Lixaa Aanaa Horoo Limmu qubatan turan
FAAYILII - Buqaatota Godina Wallaga Lixaa Aanaa Horoo Limmu qubatan turan

Naannoo Oromiyaa Godinaalee Horroo Guduruu Wallaggaafi fi Wallaggaa Bahaa irraa ji'a tokko darbe keessa namoonni sababaa rakkoo nageenyaa buqqa'anii Aanaa Amuruu magaalaa Agamsaa fi Aanaa Kiiramuu keessa bakka adda addaa qubatanii jiran gargaarsa dhabuu irraa akka rakkoon guddaan isaan mudatee jiru dubbatu.

Godinaalee Wallaggaa Lama Keessatti Buqqaatonni Bakkawwan Adda Addaa Jiran Gargaarsa Dhabuurraa Akka Rakkataa Jiran Iyyatan 
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:15 0:00

Kanneen sababaa rakkoo nageenyaatiin manaa fi qehee ofii irraa buqqa’an Godinaa Horroo Guduruu Wallaggaa keessa namoonni kuma 61 ol ta’an, Wallaggaa Bahaa keessa ammoo namoonni kuma 117 ol ta’an bakkawwan adda addaa akka jiran – Waajirri Buusaa Gonofaa Oromiyaa, Sagalee Ameerikaatti himee jira.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG