Xurree ittiin seenan

Breaking News

Marii Nagaa Itoopihyaa Afrikaa Kibbaa Keessatti Deemaa Jiru irraa Maaltu Eegama?


Marii Nagaa Itoopihyaa Afrikaa Kibbaa Keessatti Deemaa Jiru irraa Maaltu Eegama?
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:23 0:00

Marii Nagaa Itoopihyaa Afrikaa Kibbaa Keessatti Deemaa Jiru irraa Maaltu Eegama?

Biyya Emereetoota Arabaatti Ambaasaaddara Itiyoophiyaa Suleemaan Daddafoo akkasumas, as Yunaayitid Isteetis keessa ka jiru Yunivarsitii Tennasii isa Nooksville jiruutti barsiisaa fi qorataa sosoloojii fi qorannaa Addunyaa fi Afrikaa kan ta'an Profeesar Asaffaa marii nageenyaa mootummaa Itiyoophiyaa fi Adda Bilisummaa Uummata Tigraay giddutti gaggeeffamaa jiru fi dhimmoota kanatti hidhata qaban biroo irratti marii gaggeessan Caqasaa.

Forum

XS
SM
MD
LG