Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ajajoonnni Waraanaa Mootummaa Itiyoophiyaa fi Ka Waraanaa Bilisummaa Uummata Tigiraay Naayiroobiitti Walga’anii Jiran  

Kenya Ethiopia
Kenya Ethiopia

Mootummaan Itoophiyaa fi bakka bu’oota bulchiinsa naannoo Tigraay gidduutti walii galtee torban dabre mallatteeffame ilaalchisee, mariin marsaa haaraan waa’ee humna waraanaa fi dhimmoota ka biro irratti gad fageenyaan dubbatu wiixata har’a Keniyaa keessatti eegale jira.

Ajajoonnni Waraanaa Mootummaa Itiyoophiyaa fi Ka Waraanaa Bilisummaa Uummata Tigiraay Naayiroobiitti Walga’anii Jiran 
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:57 0:00

Walgahii kana irratti ajajoonni waraanaa gama lameen, akkasumas mariisisoota siyaasaa adda durummaann hirmaatanii jiran.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG