Xurree ittiin seenan

Breaking News

Du’aan Boqochuu Artist Alii Birraaf Har’a Dinqisiifattoonni fi Jaalonni Ogumaa Isaa Gadda Isaanii Ibsataa Jiran  


Du’aan Boqochuu Artist Alii Birraaf Har’a Dinqisiifattoonni fi Jaalonni Ogumaa Isaa Gadda Isaanii Ibsataa Jiran  
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:18 0:00

Du’aan Boqochuu Artist Alii Birraaf Har’a Dinqisiifattoonni fi Jaalonni Ogumaa Isaa Gadda Isaanii Ibsataa Jiran  

Artistiin hangafaa Oromoo Alii Birraa Dilbata, Sadaasa 6, bara 2022 addunyaa kanarraa du’aan boqotee jira.

Har’a reeffi isaa gara mana jireenyaa isaa Bishooftuu jiruutti kan geeffame yoo tahu, achitti maatiin, dinqisiifattoonni fi jaalonni isaa ogummaa Alii dhiheenyaan beekan gadda itti dhaga’ame ibsataa turan.

Obbo Mohaammed Qophee; miseensi paarlaamaa Itiyoophiyaa fi ogeessi buleessi Aartii Oromoo Aliin Odaa Guddicha Aartii Oromooti jechaa dubbatan.

Obbo Juuneddiin Saadoo Prezdentiin naannoo Oromiyaa duraaniis Aliin nama saba isaa hojiin kabajchiise jechaan himan.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG