Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haalli Magaalaa Naqamtee keessaa Amma Tasgabbaa’uu Jiraattonni Dubbatan


Haalli Magaalaa Naqamtee keessaa Amma Tasgabbaa’uu Jiraattonni Dubbatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:53 0:00

Haalli Magaalaa Naqamtee keessaa Amma Tasgabbaa’uu Jiraattonni Dubbatan

Dilabata darbe jechuun sadaasa 6 bara 2022 loltoonni waraana bilisummaa Oromoo magaalaa Naqamtee seenuu isaanii jiraattonni magaalattii dubbisne nuuf ibsaniiru. Haleellaa magaalattii keessatti raawwatameen lubbuun namaa darbuu jiraattonnii fi maatiin dubbatanii jiran.

Waraanni Bilisummaa Oromoos gama isaan magaalattii seenuu mirkaneessuu dhaan kaayyoon inni gamas seeneef maadhee waraanaa kan mootummaan loltoota keessatti kuufate irratti fuuleffachuu ta’uu ibsee kan miidhaa dhaqqabsiise gamoo irra dhaabatanii kanneen dhukaasaa ture loltoota mootummaa ti jedhee jira.

Jiraattuun magaalattii tokko ganama sana haala magaalattii keessatti mul’ate kan nuuf ibsaniin eegalla.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG