Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qaroo Ijaa Malee Dorgommii Kubbaa Miillaa Addunyaa Hordofuun Ni Danda’amaa?


Qaroo Ijaa Malee Dorgommii Kubbaa Miillaa Addunyaa Hordofuun Ni Danda’amaa?
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:45 0:00

Qaroo Ijaa Malee Dorgommii Kubbaa Miillaa Addunyaa Hordofuun Ni Danda’amaa?

Yeroon kun yeroo ijaa fi gurri hawaasa adduunya hedduun dorgommii kunnaa miillaa Qaataaritti geggeessamaa jirutti fuuleffate. Taphi kubbaa miilaa waan ilaalanii ittin bashanani dha. Namoonni iji isaanii hin arginehoo akkamitti taphicha hordofu?

Keessumaan keenyaa har’aa wa’ee kana waan nutti himan qabu. Obbo Yusuuf Omar dhalataa Itiyoophiyaa lammii kaanaadaa ti.

Waggaa afurtamaa oliif biyya Kanaadaa keessa eega hojii irra turanii booda, dursanii sooramaa bahuudhaan biyyaa itti dhalatan keessatti ijoollee qaro-dhabeeyyii, warreen baadiyaa keessaa jiraatan baruumsaan gargaaruutti bobba’anii hojjachaa jiru.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG