Xurree ittiin seenan

Breaking News

Buqqaatonni Kuma 30 Caalan Magaalaa Ayyaanaa Seenan, Jedha Bulchiinsi Aanaa Giddaa Ayyaanaa

Buqqaatonni Kuma 30 Caalan Magaalaa Ayyaanaa Seenan Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:05 0:00

Buqqaatonni Kuma 30 Caalan Magaalaa Ayyaanaa Seenan Jedhame

Aanaalee Kiiramuu fi Angar Guutee keessatti akka lakkoobsa Itiyophiyaatti Sadaasa sagal irraa jalqabee haleellaalee raaw’atamaa jiran, jedhameen namoonni kuma 30 caalaan manaa fi qe'e ofii irraa godaanuu isaanii itti aanaa bulchaan aanaa Giddaa Ayyaanaa Obbo Geetaahun Toleeraa Sagalee Ameerikaaf ibsanii jiru.

Daa’imman, haadholii fi maanguddoota dabalatee namoota sababaa rakkoo nageenyaaf manaa fi qehee ofii irraa buqqa’an kana jiraattota magaalaa Ayyaanaa fi naannoo tu waan danda'aniin gargaaraa jira jedhan, Obbo Geetaahun .

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG