Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naannoo Oromiyaa fi Somaalee Keessatti Dhukkubni Koleeraa Babal’achaa Deemuun Himame 

Naannoo Oromiyaa fi Somaalee Keessatti Dhukkubni Koleeraa Babal’achaa Deemuun Himame
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:34 0:00

Naannoo Oromiyaa fi Somaalee Keessatti Dhukkubni Koleeraa Babal’achaa Deemuun Himame

Hagayya darbee kaasee Godina Baalee fi ollaa naannoo Somaaleetti mudataa ka ture dhibeen Koleeraa ammas gara Godina Gujiitti darbee baballataa akka jiru Jaarmayaan Mootummootaa gamtoomanii beeksise.

Jaarmayaa Mootummoota Gamtoomanitti waajjirri gargaarsa namoomaa (OCHA)’n ammas tatamsa’inni dhibee kana torban darban kana qofaa Oromiyaa keessatti dhibba iraa harka kudha torbaan oliin dabale, ka jedhu Biiroon Fayyaa Oromiyaa garuu dhibee kana to’achuuf akka hojjetaa jiru dubbata

Forum

XS
SM
MD
LG