Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dargaggoo Qaama Hir’uu Danqaalee Isa Mudan Mo’achuun Milkaa’inarra Gahe


Dargaggoo Qaama Hir’uu Danqaalee Isa Mudan Mo’achuun Milkaa’inarra Gahe
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:33 0:00

Dargaggoo Qaama Hir’uu Danqaalee Isa Mudan Mo’achuun Milkaa’inarra Gahe

Dargaggoo Ayyala Tolasaa, miidhama qaamaa ijoollummaa isaatti isa mudateen danqaa itti uumame mo’achuudhaan , barnoota isaa xumuree, Yunivarsiitii Amboofi Riift Vaalii irraa digirii garaa garaa lamaan eebbifamuu isaa Sagalee Ameerikaatti himee jira.

Ayyalan yeroo amma Baankii Daldala Itoophiyaa Damee Amboo keessaa kan hojjetu yoo tahu, gara fuulduraatti namoota miidhama qaamaa adda addaa qaban gargaaruuf akka hawwii qabu dubbata.

“Dargaggootni yeroo isaanii osoo hin qisaasiin yoo jabaatanii hojjatan ni milkaa’u” jedha Ayyalan.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG