Xurree ittiin seenan

Breaking News

Utaalloo fi  Kooviid 19 Saffisaan Babal’achaa Jiraachuu Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasa Itoophiyaa Ibse

Utaalloo fi  Kooviid 19 Saffisaan Babal’achaa Jiraachuu Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasa Itoophiyaa Ibse
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:25 0:00

Utaalloo fi  Kooviid 19 Saffisaan Babal’achaa Jiraachuu Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasa Itoophiyaa Ibse

Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasa Itoophiyaa akka ibsetti vaayirasiin infuleenzaa ,utaalloo fi kooviid 19 saffisaan babal’achaa akka jiru ibsera.

Daarektarri olaanaa inistiitiyuutichaa Dr. Masaayii Hayiluu Sagaalee Ameerikaatti akka himanitti, torbeewwan jahan darban keessatti tatamsa'inni Covid-19 dachaan dabaleera.

Dhiheenya kana namoonni dhukkuba utalloon qabaman baay'achaa kan jiran yoo ta'u, namoonni sSgaaleen Ameerikaa dubbisee haalli dhiibbee utaalloo amma mul'achaa jiru kun hammaataa ta'uu ibsan.

Forum

XS
SM
MD
LG