Xurree ittiin seenan

Breaking News

Humni Bittaa Qarshii Itiyoophiyaa Kufaa Jiraachuu fi Dhiibbaa Isaa


Humni Bittaa Qarshii Itiyoophiyaa Kufaa Jiraachuu fi Dhiibbaa Isaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:49 0:00

Humni bittaa qarshii Itiyoophiyaa yeroo yerootti gad kufaajira. Haalli kun qaalayiinsa gatii waliin hidhata qabaatus lammilee hedduu hiyyummaa keessatti kuffisaa diinagdee biyyaas miidhaa jiraachuu dubbatu Dookter Ittaanaa Ayyeruu, Yuuniversitii Adaamaatti barsiisaa barnoota diinagdee, Qaalayiinsaan wal qabatee gatiin bittaa qarshii biyyattii gad kufuun namoota galii dhaabbataa qaban miidhaa jira jedhanii, dabalataanis namoonni waggaa waggaan hiyyuma keessatti kufanis dabalaa jiraachuun waan yaaddessaa ta’uu himan.

Dookter Biraanuu Alamuus ogeessi dhimma diinagdee, humni bittaa qarshii kun walitti aane akkas gad bu’aa yoo deeme diinagdee biyyaa waan miidhuuf mootummaan kana imaammata maallaqaa dafee furuu akka qabu akeekkachiisan. Galmoo Daawit ogeeyyii diinagdee haasofsiisee qophii itti aanu qindeesseera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG