Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hooggantoonni Itoophiyaa fi ABUT Keeniyatti Walgahiirra Jiru

FAAYILII - Hoogantoonni olaanoo mootummaa Itiyoophiyaa fi bakka bu'oonni Adda Bilisummaa Ummata Tigraay Naayiroobii keessatti yeroo walgahanii turan, Sadaasa 12, 2022.
FAAYILII - Hoogantoonni olaanoo mootummaa Itiyoophiyaa fi bakka bu'oonni Adda Bilisummaa Ummata Tigraay Naayiroobii keessatti yeroo walgahanii turan, Sadaasa 12, 2022.

Qondaaltonni olaanoo mootummaa Itiyoophiyaa fi bakka bu'oonni Adda Bilisummaa Ummata Tigraay waliigaltee nagahaa Sadaasa darbe Afrikaa Kibbaatti mallattaa'erratti mari'achuuf Roobii kaleessata Keeniyaatti walgahun ibsame.

Hoggantoonni kun waliigaltee nagahaaa ji'a darbe mallattaahe hojiitti jijjiiruuf yeroo yeroon walgahaa turuun in yaadatamaa.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG