Xurree ittiin seenan

Breaking News

Obboo Tashitaan Hidhaa Guyyooyaa Booda Minisootatti Deebi'aniiru

Obboo Tashitaan Hidhaa Guyyooyaa Booda Minisootatti Deebi'aniiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:12 0:00

Abban qabeenyaa lammii Ameerikaa Minesootaa keessa jiraatan obboo Tashitaa Tufaa Jimaata darbe gara Yunaaytid Isteets imaluuf yeroo jiran buufata Xiyyaaraa Idila Addunyaa Boolee keessaatti qabamanii guyyoota lamaaf bakki jiran odoo hin beekkamin turee, Wiixata erga gadhiifamanii booda Kibxata kaleessaa gara Yunaaytid Isteets deebi'aniiru.

Forum

XS
SM
MD
LG