Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yuuniversitiin Jimmaa Maqaa Aartiist Alii Birraan Carra Barnoota Haarawa Bane


Yuuniversitiin Jimmaa Maqaa Aartiist Alii Birraan Carra Barnoota Haarawa Bane (Suuraa: Yuuniversitii Jimmaa)

Yuuniversitiin Jimmaa maqaa Artiist Alii Birraatiin ganna dhufuu kaasee carraa barnootaa kennuuf jira.

Yuuniversitiin Jimmaa Maqaa Aartiist Alii Birraan Carra Barnoota Haarawa Bane
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:37 0:00

Jiinenus Waaqoo; Barsiisaa fi hoggansi Muummee mana Barnoota Muuziqaa Alii Birraa duraanii akka jedhanitti bara barnootaa dhufuu kaasee carraan kun barattootaaf ni kennama jechaan VOA’f himanii jiran.

arsiisaa Jiinenus Manni Barumsaa Muuziqaa Alii Birraa kan Yuuniversitii Jimmaa keessatti argamus, ogeeyyii muuziqaa horachuu dabalatee hog barruu Oromiyaa keessa jiru guddisuuf hojiittis jira jedhanii jiran

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:57 0:00
More
XS
SM
MD
LG