Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhimma Kutaa Bulchiinsa Sulultaa Keessatti Manneen Diigamuu

Naannoo Oromiyaa Godina Addaa Naannawa Finfinnee bifa harawaan kan caaseffame Magaalaa Shaggar kutaa bulchinsa Sulultaa keessatti bakka manneen giddamaa jiran (Suuraa: jiraattota manni jala diiggamee)

Naannoo Oromiyaa Godina Addaa Naannawa Finfinnee bifa harawaan kan caaseffame Magaalaa Shaggar kutaa bulchinsa Sulultaa jalatti kan argamtu ganda Akaakoo mana Abbichuu keessa jiraattonni jiran "manni jireenyaa keenya seeraan ala nu jalaa diigame" jechuun komatan.

Dhimma Kutaa Bulchiinsa Sulultaa Keessatti Manneen Diigamuu
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:26 0:00

Jiraattonni kunneen Sagalee Ameerikaaf akka ibsanitti bara 2011 irraa jalqabee gurmaa'anii akka lafa kana fudhataniifi ijaarsa irratti gaggeessaa turan kan ibsan yoo tahu waggootan darbaniif qaamni mootummaa "ijaarsa seeraan alaati, dhaabaa nuun jedhe hin jiru" jechuun ibsaniiru.

Itti aanaan kantiibaa magaalaa Sulultaa obbo Abrahaam Birhaanuu dhimma kana irratti Sagalee Ameerikaaf yeroo deebii kennan,lafti lafa bosonaa mootummaa ta'uuf seeraan ala weerarri lafaa gaggeeffamee ijaarsi raawwatame, gurmaa'insi jiru kan mana ijaarsaa osoon taane hojii waldaa interpiraayizii fi maakiroo xixiqqaa dha jechuun ibsaniiru.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG