Xurree ittiin seenan

Breaking News

Manni Maree Magaala Shaggar Hundeeffame. Jiraattonni Komii Qabu

Manni Maree Magaala Shaggar Hundeeffame,Amajjii 9, 2023
Manni Maree Magaala Shaggar Hundeeffame,Amajjii 9, 2023

Bulchiinsi magaalaa Shaggar Kibxata har'aa mana maree bulchiinsa magaalichaa hundeessee jira. Manni maree hundaahes yaa'ii jalqaba har'a kan gaggeesse yoo ta’u miseensonni filataman waadaa galaniiru..

Dr. Tashoomaa Addunyaa Kantiibaa magaalaa Sheggar, Obbo Qaabatoo Albee af-yaa'ii mana maree magaalichaa, Aadde Tsahaay Dabalee ammoo itti aantu af-yaa'ii ta'uun muudamaniiru.

Jiraattonni Sagaleen Ameerikaa dubbise komii akka qaban ibsan, caqasaa.

Manni Maree Magaala Shaggar Hundeeffame. Jiraattonni Komii Qabu
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:03 0:00

Forum

XS
SM
MD
LG