Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hidhattoonni Mana Amala Sirreessaa Gujii Lixaatii Nama Shan Ajjeesanii Sirreeffamtoota 500 Ol Hidhaatii Baasani

Magaala Bulee Horaa, Gujii
Magaala Bulee Horaa, Gujii

Dilbata darbe hidhattoonni mana amala sirreessaa Gujii Lixaa Magaalaa Bulee Horaatti dhukaasa bananii namoota shan ajjeesanii sirreeffamtoota seeraa dhibba shanii ol hidhaatii baasuu angawoonni fi jiraaattonni VOA’tti himanii jiran.

Hidhattoonni Mana Amala Sirreessaa Gujii Lixaatii Nama Shan Ajjeesanii Sirreeffamtoota 500 Ol Hidhaatii Baasani
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:57 0:00

Obbo Gurjaa Uraagoo Itti aanaan Kantiibaa magaalaa Bulee Horaa, hidhattoonni isaan shanee ittiin jedhan balaa kana geessisuu himanii, haga yoonaa sirreeffamtoota seeraa dhibba shanii ol kan hidhaa miliqan jedhame keessaa jaatama ka ta’an bakka adda addaatti harka kennachaa jiruu jedhan. Jiraattonni ammaa haalli magaalattii sodaachisaa ta’uu dubbatuu Galmoo daawit dabalata qaba.

Forum

XS
SM
MD
LG