Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kabaja ayyaana jala bultii Cuupphaa; Finfinnee

Kabaja ayyaana jala bultii Cuupphaa; Finfinnee
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:56 0:00

Kabaja ayyaana jala bultii Cuupphaa; Finfinnee

Ayyaanni cuuphaa har'a guutuu Itoophiyaatti kabajamaa jira. Hordoftoonni fi abbootiin amantaa ayyaanichi yaadannoo cuuphaa Kiristoos irraa ilmi namaa gad of deebisuu fi kabaja kan itti baratu akka ta'e dubbataniiru.

Forum

XS
SM
MD
LG