Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dargaggoo meeshaa qamadii fi xaa'oo wal bira facaasu hojjate

Dargaggoo meeshaa qamadii fi xaa'oo wal bira facaasu hojjate
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:42 0:00

Dargaggoo meeshaa qamadii fi xaa'oo wal bira facaasu hojjate

Dargaggoo Margaa Warqeessaa miiltoowwan hojiisaa biroo faana tahuun meeshaa qamadiifi xaa'oo wal bira facaasu hojjachuu Sagalee Ameerikaatti himee jira.

Margaan Giddugaleessa Qorannoo Mahaandisummaa Qonnaa Baakkootti qorataafi qindeessaa yoo tahu maashinni bo’oo baasaa qamadiifi xaa’oo yeroo tokkotti sarara saddeet facaasuu danda'a, Kunammoo ammoo sararaan haaka wal fakkaataa taheen facaasuuf gargaara jechuun dubbata.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG