Xurree ittiin seenan

Breaking News

Muudama Phaaphaasota Haarawa Mana Amantaa Ortodoksi Tewaahidoo Itiyoophiyaa


Ayyaana Cuuphaa, Baatuu, naannoo Oromiyaa, Amajjii 19, 2023
Ayyaana Cuuphaa, Baatuu, naannoo Oromiyaa, Amajjii 19, 2023

Mana Amantaa Ortodoksii Itiyoophiyaatti Angafti Phaaphaasotaa, Phaaphaasota haarawa 26 muuduun isaanii dhagaahamee jira.

Mana Amantaa Ortodokisii Keessatti Phaapjhosonni Haaraan 26 Muudamuu Paateriyaarkiin Mana-amantaa Ortodokisii Itiyoophiyaa Morman
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:14 0:00

Angafti Phaaphaasotaa kunneen muudama kana Phaaphaasota kanaaf kennuu dilbata kaleessaa kan ifoomse yoo tahu, Paatriyaarkiin Mana Amantaa Ortodoksii Itiyoophiyaa muudami kun fudhatama hin qabu jechaan mormuun wal gahii ariifachiisaa yaamanii jiran.

Barsiisaa Diyaaqoon Daani’eel Caalaa miseensa koree qideessituu muudamsa haarawa muudee VOA’f muudamsi kaleessa raawwatame jedhame seera waldattii sirnaan kan hordofe; gaaffi yeroo dheeraaf gaafatamaa ture duubatti hambifameef deebii kennuuf kan taasifame dha jechaan dubbataniiran.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG