Xurree ittiin seenan

Breaking News

Guyyaa Barnootaa Har’a Sadarkaa Addunyaatti Yaadamee Oole Ilaachisee Marii Ogeessa Barnootaa Waliin Geggeessame  

Guyyaa Barnootaa Har’a Sadarkaa Addunyaatti Yaadamee Oole Ilaachisee Marii Ogeessa Barnootaa Waliin Geggeessame  
please wait

No media source currently available

0:00 0:14:25 0:00

Guyyaa Barnootaa Har’a Sadarkaa Addunyaatti Yaadamee Oole Ilaachisee Marii Ogeessa Barnootaa Waliin Geggeessame  

Amajjii 24 waggaa waggaadhaan akka guyyaa barnootaa ta’ee yaadatamu dhaabbanni mootumoota gamtoomanii waggaa shaniin dura labse.

Akka dhaabanii mootumoota gamtoomanii jedhutti, baruumsii mirga dhala namaati. Baruumsii furtuu nageenyaa fi misoomaatii. Dhimma kana irratii ogeessa barnootaa Dr. Maatiyaas Gudinaa wajjin marii taasifnee jirra.

Forum

XS
SM
MD
LG