Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gargaaramtoonni Shawaa Kaabaa, Aanaa Yaayyaa Keessaa Rakkoof Saaxilamuu Himatan

Jiraattonni naannoo Oromiyaa godina shawaa kaabaa aanaa Yaayyaa Gullallee gandoota shanii ol keessaa gargaarsaan jiraachaa turan rakkoo hamaan saaxilamuu sagalee Ameerikaaf ibsaniiru.

Gargaaramtoonni Shawaa Kaabaa, Aanaa Yaayyaa Keessaa Rakkoof Saaxilamuu Himatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:30 0:00

Bulchiinsi aanichaas rakkoon jiraachuun isaa dhugaadha, jechuudhaan humni waraanaa hidhate socho'u "shanee" jechuun waaman waraannii bilisummaa oromoo naannoo sana to'atee waan jiruuf ummata bira dhaqqabuu hin danda'amnetti dubbatan.

Forum

XS
SM
MD
LG