Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jillee Xumugaa Suuta Tasgabii Horataa Jirti: Angawaa

Aanga'oonni naannoo godiina Bulchiinsa Oromoo kan bulchiinsa naannoo Amaaraa suuta tasgabiin deebi’aa akka jiru ibsanii jiru.

Kunis hookkara torban tokkoof ture fi lubbuu namoota nagaa galaafatee fi qabeenyi barbadaa'e booda, suuta suutaan gara jireenya idileetti deebi'aa jira jedhu.

Bulchaan olaanaa kan aanaa Jiillee Dhummuugaa obbo Ahmed Alii Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf akka himanitti, namoonni hokkara kanaan manaa fi qe'ee isaanii irraa buqqa'anii turanis gara qe’e isaanti deebi’aa jiru jechuu isaanii Masfiin Arraagee Gabaasee jira.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG